Muusaa Amiir lammii Yamanidha. Dhihoo hoomaa kanniisaa fuularra naquun erga viidiyoorra mul'atee beekamtii guddaa horateera. Muusaan damma Yaman beeksisuuf kana godhe. Hawaasni Yaman waggoota kuma ...